Charteerii Maammila
Mula'ta
Filanno mootumma ittifayyadamuu fi tajaajila itti fayyadama online warra dhabbata mootumma hintanneef.
- Suqii dhabatee tokko tajaajila isa onlini .
- Itti fayyadamma odeffanno,walqunnamitti,fi tajaajila waliigaltee daldala,kanfalitti mija'ina online dabalatee ittin dhabuu kan ammayya sadarka tekinologii .
- Transformashin Itoophiya dabarsuu fi mula'ata mala guddina 2015.
- Mija'aa kan ta'ee kan maammiltotin barbadan isa cimaa kan kessa dabarisuu haala elektirikatiin walittii qabisisuu uummata fi tajaajila dhunfat.
- Maammiltoota eesumatuu akka fayyadaman yaada debii kennuu fi hirimachuu imammata mootumma fi tajaajila hirtaa isani cimisuudha.
Kayyoo:
- Dabarsina tajaajila 24 x 7 gochudha.
- Fayyadama onlinidhan 200 dhuma bara 2010.
- Intigirashin iddo hundumatuu tajaajila mootumma.
- Maammiltoota iddoo isaan barbadan tajaajila mootumma kan hintaneef.
- Jiduugalessa marii foramii ykn blogsii kan lammii biyya wajjiin fi hirmanna daldaloota fi yada imammata fi gafii uummata.