Qaqbumisaa Qaqbumisaa

Salphaan geessisuu

Nui kan qophoofinnuu dhugomisuu qophii portalii I-Mootumma kan salphaan geessisuu fi salphadhan akka itti fayyadaman tasisuu,yoo rakkinnii siqunamme yemmuu portalitti fayyadaminnuu gamachudhan yemmuu nuqunamittan bifa sinif ergina yaada akka irratti kennitanif ,rakkinawan ykn yaada fi gamachudhan deebii isinif lana atattaman.  ยท         Gargartoota Garggaragalchaa

Portaliin ku 100%kan walittidhufuu Interneti Eksploreri version 6.0  wajjiin fi isa ol, fi bayyinan kan walfudhatuuth Firefokisi, Netskapii, Opera fi ijoo kan ta'e web browseroota dha.nuti kan sinin jechuu dandenyu web browserii ammayessuu amma komputerii danda'etti.versiynii ammayya ta'et gargaramuun eegumissa sadarka gudda fi tajaajila garii kenna.

Gadifagenyan browser version ammayya yoo kan arman gaddittii isa tookkot fayyadamudhaf.

PDF galme

PDF kun kan dhabbatuu formatii raga socha'niff,innis kan ojjeetamee karaa Adobe hiramaniif ragalee elektironika kan hafan kan sirridhan madda meshalee fi kan issa kan ta'e bayye bekkama fi haala mijaa'aadhan kawudhaf ragaleewwan darban kan websitootarra jiran ,innis kan waliigalan maxansiiftoon mootumma ittfayadaman,gabasa,bilisaan kennuu fi bifootadha