Charteerii Maammila Charteerii Maammila

Mula'ta

Filanno mootumma ittifayyadamuu fi tajaajila itti fayyadama online warra dhabbata mootumma hintanneef.

  • Suqii dhabatee tokko tajaajila isa onlini .
  • Itti fayyadamma odeffanno,walqunnamitti,fi tajaajila waliigaltee daldala,kanfalitti mija'ina online dabalatee ittin dhabuu kan ammayya sadarka tekinologii .
  • Transformashin Itoophiya dabarsuu fi mula'ata mala guddina 2015.
  • Mija'aa kan ta'ee kan maammiltotin barbadan isa cimaa kan kessa dabarisuu haala elektirikatiin walittii qabisisuu uummata fi tajaajila dhunfat.
  • Maammiltoota eesumatuu akka fayyadaman yaada debii kennuu fi hirimachuu imammata mootumma fi tajaajila hirtaa  isani cimisuudha. 

Kayyoo:

  • Dabarsina tajaajila  24 x 7 gochudha.
  • Fayyadama onlinidhan 200 dhuma bara 2010.
  • Intigirashin iddo hundumatuu tajaajila mootumma.
  • Maammiltoota  iddoo isaan barbadan tajaajila mootumma kan hintaneef.
  • Jiduugalessa marii foramii ykn blogsii kan lammii biyya wajjiin fi hirmanna daldaloota fi yada imammata fi gafii uummata.