Itifayaduuma Seraa Itifayaduuma Seraa

Isiin salphaadhan fi fayyadama Itoophiyya portalii imootumma(sitii)kan ilalichisuu gaafiifi yaada irrti waliigalamee  fi haalawwan,akkasumma seeroota Itoophayan ittin bulittuudha.Sitiin ittiin salphadhan kan ilalamuu waliigaltee kessaniff haala Fayyadama gaafiifi yaada irratti waliigalamedha.Salphadhan ittifayyadamuu,browsii gochuu,fi sitichatt fayyadamuu,kan fudhattuu,kan dhabii hinqabinnee ykn uulageen,Fayyadama gaafiifiyaada irratti waliigalame fi haala ittin fayyadama isatidha.Ejeensii Odeffannoo Itoophiya fi guddina tekinologii walqunnamittii suphuu mirigga jijirra Fayyadama gaafiifi yaada irratti waliigalame fi haala fayyadama fi ykn beekisisa maxanisuu kan fakkatuu fuula kanarratti.

Jijiirraan kamiyuu kan gaarii ta'uu maxansuudhan,yookana hintane ibisuudha. Ittii fuufinsii fayyadama sitii akka ittifufuttii manxanfamma kamiyuu jijiiruu barbaachisumma fudhachuu kee jijiraa sanarrat.Kan gochuu qabidduu yeroo yeroodhan fuula kana ilaludhan keessa debii Fayyadama gaafiifiyaada irratti waliigalame hangana fi haala fayyadamatidha.